If you are looking for a job in Africa, you need to find a job that will allow you to work in Zimbabwe.
Taphi garee murteessitoota dubartootaa qoofaan weita gageeffamu seenaa Waancaa Afrika keessatti isa jalqabaati.
Lammiin Ruwanda Salima Mukansanga murteessituu dubartii yeroo jalqabaaf dorgommii kanarratti taphachiisuun hirmaattedha.
Salima Mukansanga dubartoota biroo sadiin dabaalamtee taphicha gageessiti.
Isaanis: Lammii Kaameeruun-Carine Atemzabong, Lammii Morookoo- Fatiha Jermoumi, daanyaa VAR lammii Morookoo- Bouchra Karboubi.
” Namni as jiru hunduu tapha kana qophaayee, si’oominaan eeggataa jira. Seena haraa ta’ee hin beekne kana arguaf hundu qophiitti jira, ” jedha gaazexeessaan BBC Kaameeruun, Yaawundee irraa.
Lammiin Ruwaandaa Salima Amajjii 10, 2020 ture of dandeessee tapha tokko akka taphachiistu kan murtaa’e.
Yeroo sana tapha Giinii fi Maalaawwii irratti murteessituu afraffaa taatee dhiyaattee turte.
Salima Mukansanga, the former prime minister of Rwanda, has been shot dead by unknown assailants.
The Confederation of African Football (CAF) has announced the release of Eddy Maillet, a Member of the Knesset for Kadima.
“Hojiin kun dubartootaaf cimaa akka ta’e beekna. Kanaafuu isheen akka dubartii tokkootti as ga’uuf qormata heddu keessa dabarteetti.
More Stories
Ten Hag loses first game as Man Utd manager to Brighton
New Zealand cyclist Gate wins road race to bag 4th Commonwealth gold
Bagnaia wins British MotoGP after pole-sitter Zarco crashes